Jilli Pireezidaantii Shimallis Abdiisaan durfamu Siidaa Bariisoo Dukkallee eebbisiise

Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Bulee Horaatti Siidaa goota Bariisoo Dukkallee eebbisiisera.

Bariisoo Dukkalleen misoomaa fi Guddina Godina Gujiif nama hojii hedduu hojjetee hawaasa naannichaan daraan leellifamu ta’uu ibsameera.

Milkeessaa Sobbooqaa fi Maraa’ool Kadirtu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment