Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Arsiitti hojiiee misoomaa daawwachaa jira

Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)-Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Arsiitti hojiilee misooma daawwachaa jira.

Jilichi Godinicha Aanaa Leemmuu fi Bilbilootti kilaastara qamadii daawwataniiru.

Jilichi guyyaa kaleessaa Godina Arsii Lixaatti hojiilee misoomaa gargaaraa daawwachuun ni yaadatama.

Faxxanaa Zawudeetu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment