Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu hojilee misoomaa garagaraa godina Iluu Abbaa Boor daawwachaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hojilee misoomaa garagaraa godina Iluu Abbaa Boor daawwachaa jira.

Jilichi Aanaa Daarimuu ganda Daadee Botoorootti Kilaastera Inisheetiivii Misooma Ruuzii daawwataa jiraachuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment