Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu argisiisa oomisha Bunaa Magaalaa Naqamteetti qophaa’e daawwate

Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu argisiisa Oomisha Bunaa Magaalaa Naqamteetti qophaa’e daawwateera.

Hoggantoonni Olaanaa mootummaa Federaalaa, Naannolee fi qoda fudhattoonni godinaalee Lixa Oromiyaa Buna oomishaan 7 irraa walitti babba’an waltajjii sosochii Oomishtummaa fi Qulqullina Bunaa fooyyeesseerratti xiyyeeffaterratti hirmaachaa jira.

Jilli kun waltajjichaan cinaatti argisiisa Bunaa qophaa’e daawwateera.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment