Jilli Paartii AKP Turkii Yaa’ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinnee gale

Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Jilli Paartii AKP Turkii itti aanaa dura taa’aa paartichaa Feevzii Shaanvardiin durfamu Yaa’ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinnee galeera.

Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’u Ministeera Dhimma Alaatti Daayreektarri jeneraalaa Dhimma Awurooppaa fi Ameerikaa Ambaasaaddar Isheetee Xilahuuniin simatamaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment