Jilli obbo Uumaar Huseeniin durfamuu Goodee lixaatti oomisha qamadii daawwate

Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Jilli Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Uumaar Huseeniin durfamuu fi itti aanaan preezdaantii naannoo Somaalee obbo Ibraahiim Usmaan Goodee lixaatti oomisha qamadii daawwataniiru.
Naannichatti yeroo jalqabaaf yaalii jallisii laga Waabii Shaballeetin Goodee lixaatti qamadiin dhaabbilee naannichaa fi federalaa waliin oomishamaa kan jiru proojaktichi lafaa heektara 500 kan uuwwiseera.
Obbo Ibraahim Usmaan hojiin hojjetamaa jiru jalqaba ta’uu, yeroo itti aanuuf lafa heektaraa 50 qamadii jallisii misoomsuuf karoorfamuu ibsaniiru.
Lagni Shaballee jallisiin dhaan qamadiin oomishuun akka danda’amuuf proojektii fakkeenya qabudha jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment