Jilli Obbo Umariin durfamu Aanaa Gindhiiriitti Kilaastera Misooma Qamadii daawwate

Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Qonnaa Obbo Umar Huseeniin durfamu Godina Baalee Aanaa Gindhiiriitti Kilaastera Misooma Qamadii daawwaterra.

Jilichi aanaa Gindhiiriitti kilaastera qamadii lafa hektaara kuma 103 irratti misoomaa jiru daawwateera.

Jilichi hoggansa olaanaa Mootummaa Federaalaa fi Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan of keessatti hammate ta’uu ragaan Biiroo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment