Jilli Obbo Tamasgeen Xurunaan durfamu Naannoo Sidaamaatti hojiilee Sagantaa Maaddii Guutuun hojjetamaan daawwatan

Jilli Obbo Tamasgeen Xurunaan durfamu Naannoo Sidaamaatti hojiilee Sagantaa Maaddii Guutuun hojjetamaan daawwata

Finfinnee, Ebla 12, 2016(FBC)-Jilli Ministeera Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan durfamu Naannoo Sidaamaatti hojiilee Sagantaa Maaddii Guutuun hojjetamaan daawwataniiru.

Daawwannicharratti Pireezidaantoonnii fi Bulchiinsi Magaalotaa akkasumas qondaaltonni biroon argamaniiru.

Firehiiwoot Saffiiwutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment