Jilli Obbo Taaggasee Caafoon durfamu naannoo Somaaleetti biqiltuu dhaabe

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2015 (FBC) –Jilli Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jgjigaatti biqiltuu dhaabeera.

Jilichi ijaarsa Gamoo Mana Maree naannoo Somaslee Birrii miiliyoona 597 oliin ijaarramaa jirus daawwateera jedhame.

Ijaarsi gamichaa bara 2016 keessa kan xumuramu ta’uu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa argame ni mul’isa.

Jilli kun magaalaa Jigjigaatti biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaa dhaabeera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment