Jilli Obbo Shimallisiin durfamu magaalaa Adaamaatti hojii Indaastirii Godoo Kilaasteraan qindaa’e daawwate

Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Ministira Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kamiiliin durfamu Magaalaa Adaamaatti hojii Indaastirii Godoo Kilaasteraan qindaa’e daawwateera.

Kilaasterri Indaastirii Godoo kun waldaalee 35 kan qabu yoo ta’u miseensa 322 of keessaa qaba jedhame.

Bulchiinsi magaalaa Adaamaas iddoo hojii Kaaree meetira 5000 hojii kanaaf oolchuu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment