Jilli Obbo Shimallisiin durfamu Godina Shawaa Bahaatti hojiilee horsiisa beelladaa daawwate

Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaatti hojiilee horsiisa Beelladaa daawwateera.

Aanaalee godinichaa garaagaraatti hojiilee misooma Lukkuu,Loonii, akkasumas iddoolee daldala bu’aalee beelladaa daawwataniiru.

Maraa’ool Kadirii fi Bahayiluu Baaneetu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment