Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jigjigaa gale

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) –Jilli Preezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita magaalaa Jigjigaa ga’u Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammadii fi hoggantoota naannichaan simannaan taasiifameefira.
Jilli kun naannoo Somaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa ni taasiisaan eegama.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment