Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Adaamaatti Mana Barumsaa Bu’uura Boruu Danbalaa eebbisiise

Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Jilli Pirezedaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Adaamaatti Mana Barumsaa Bu’uura Boruu Danbalaa eebbisiiseera.

Manni Barumsicha Miseensota Koolleejjii Poolisii Oromiyaan ijaaramuu ibsameera.

Miseensonni Koolleejjichaa mindaa isaaniirraa galii walitti qabuun mana barumsaa kana ijaaruu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment