Jilli Obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu Puuntlaand gale

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Jilli Pireezidaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu Soomaaliyaa Puuntlaand magaalaa Garoowee galuu ibsame.

Jilichi Puuntilaand magaalaa Garoowee wayita gahu pireezidaantii bulchiinsa Puuntilaandiifi hoggantoota olaanoo bulchiinsichaan simatameera.

Jilichi eebba buufata Gara’aad garba guddaa Hindiirratti ijaaramee irratti kan hirmaatu ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Buufatichi Ityoophiyaaf faayidaa guddaa kan qabu ta’uu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment