Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammaddiin durfamu magaalaa Godeetti Piroojektoota misoomaa daawwateera.
Jilli kun Godina Shabalee Magaalaa Godeetti piroojektoota misoomaa hojjetama jiran daawwateera.
Dhaabbileen ijaarsaa Piroojektoota kanneen hojjeta jiran yeroo jedhamee fi qulqullina barbaadamuun hojjetanii tajaajilaaf oolchuu akka qaban Obbo Musxafeen wayita daawwannichaa yaadachiisuu miidiyaan naannichaa gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.