Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahaammadii fi qondaaltoota Olaanoo naannichaan durfamu piroojektoota misooma Magaalaa Jigjigaatti hojjetamaa jiran daawwateera.
Obbo Musxaafeen pirojektoota misoomaa kunneen dhiyeenyaatti kan eebbifaman ta’uu eeruu ragaan Paartii Badhaadhinaa damee naannichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.