Jilli Obbo Geetuun durfamu Godina Arsii Aanaa Doddotaatti Qamadii Jallisii Bonee daawwate

Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsii Aanaa Doddotaatti qamadii Jallisii Bonaan misoomee kunuunfamaa jiru daawwateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Comments (0)
Add Comment