Jilli obbo Geetuu Gammachuun durfamau warshaa Nooraa Gudar daawwate

Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuun durfamau warshaa Nooraa Gudar daawwatera.
Warshaan Nooraa Gudar Godina Shawaa Lixaa Aanaa Tokkee Kuttaayetti argamuu kun nooraa oomishamuun asidummaa biyyoo fooyyeessuuf kan oolu ta’uu Obbo Geetuun eeraniiru.
Asiidummaa biyyee hir’isuuf oomisha Nooraarrattii xiyyeeffannoon hojechuun murteessaa ta’uu eeraniiru.
Oomishaa fi Oomishtummaa dabaluuf Asidummaa biyyee hir’isuu fi Kompoostii faayyadamuunis barbaachisaa ta’u dubbataniiru.
Milkeessaa Sobbooqaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment