Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Qellem Wallaggaatti Gamoo Waajjira Paartii Badhaadhinaa eebbisiise

Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) – Jilli Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Gamoo Waajjira Damee Godina Qellem Wallaggaa hirmaannaa ummataan ijaarame eebbisiseera.

Jilli Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa, Obbo Fiqaaduu Tasammaafi Sadarkaa Pireezidaantii Itti Aanaatti Qindeessaan kilaastera Nageenyaafi Haqaa Komishinar Kaffaaloo Tafarraa, Jeneraal Geetachoo Guddinaafi hoggantoota biroon of keessatti hammate kun Waajjira Paartii badhaadhinaa hirmaannaa uummataan ijaarame kana eebbisiisuu ragaan WKGQW irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment