Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Misooma Muuzii sanyii filatamaa Godina Jimmaa daawwateera.
Muuzii sanyii filataamaa Godina Jimmaatti qonnaan bultoonni misoomsuun gabaa alaatti akka ergamuuf al-ergitoota waliin walharkaa fuudhaa jiran daawwachuun jajjabeessuu ragaan BQO irraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.