Jilli obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu buufata biqiltuu aanaa Lumee daawwate

Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC)- Jilli itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu buufata biqiltuu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumee daawwateera.

Daawwannicharratti  itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaan, Hoggaanaa Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoo Bulchaa  Godina Shawaa Bahaa obbo Abbaabbuu Waaqoo argamuusaanii kominikeeshinii aanaa Adaamaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment