Jilli Obbo Eeliyaasiin durfamu Godina Shawaa Kibba lixaatti qophii Kompoostii fi Biqiltuu ashaaraa magariisa daawwate

Finfinnee, 18 , 2015 (FBC )- Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu godina Shawaa Kibba Lixaattii qophii kompoostii fi biqiltuu Ashaaraa magariisaa daawwateera.
Godina Shawaa Kibba Lixaatti bara kana kompoostii meetir kiyuubii miiliyoona 4.7 qophessuuf karoorfamen hojjetamaa jiraachun ibsameera.
Akka Naannoo Oromiyaatti biqiltuuwwaan biiliyoona 4.9 qophessuuf hojjetama jiraachuu Obbo Eeliyaas eeruu ragaan Biiroo Qonna Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment