Jilli Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Arsiitti hojiiwwan misoomaa daawwate

Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Jilli Ittaanaa Hoggaanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Arsii Aanaalee garaagaraa keessatti hojiiwwan misoomaa daawwate.

Jillichi hojiiwwan misooma suluulaafi qophii biqiltuu buufata buqiltuutti taasifamaa jiru daawwachuun jajjabeessuu ragaan Biiroo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa #Oromiyaa #Oromia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment