Jilli obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu hojiilee Misooma Qamadii jallisii bonee daawwate

Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Jilli Preezdantii Naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leedaamoo durfamu hojii misooma Jallisii Qamadii Boonee dawwateera.
Naannawa Hawaasa fi Aanaalee Lookaa Abbaayatti qonnaan bultootaa fi abbootii qabeenyaan lafa hektaara 138 irratti Qamadii misoomsaa jiru daawwataniiru.
Qamadiin baatii 2 dura faca’e yeroo ammaa haala gaarii irraa jiraachuu Itti Gaafatamaan Biiroo Qonnaa naannicha obbo Masfin Qaaree himaniiru.
Oomishni kun torbee 2 booda kan sassaabbamu ta’uu ibsaniiru.
Sabsii hojjetameen lafa hektaara 1 irraa giddugaleessaan oomishni kuntaalli 40 kan eeggamu ta’uu kaasaniiru.
Maddi:-TOI
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment