Jilli Obbo Bariisoon durfamu aanaa Botor Xollaayitti Boqqoolloo Kilaasteraan misoomaa jiru daawwate

Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Godina Jimmaa aanaa Botor Xollaayitti Boqqoolloo Kilaasteraan misoomaa jiru daawwateera.

Jilichi kilaastera gurguddaa sanyii Boqolloo baayyisuu Godina Jimmaa Aanaa Botor Xoollaayitti misoomaa jiru daawwachuu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment