Jilli Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu hojiiwwan qonnaa Magaalaa Moyaalee daawwate

Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Itti Aaanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu hojiilee misooma qonnaa Magaalaa Moyaalee daawwateera.

Hojiileen misoomaa qonna magaalaa Moyaaleetti hojjetama jiran, wabii nyaataa magaala mirkaneessuuf gahee qabaachuu ibsameera.

Hojiilee misooma muduraafi kuduraa, misooma aannanii fi furdisa horii fooniirrattis xiyyeeffannoon akka hojjetaniif Obbo Bariisoon kallattii kaa’uu ragaan Biiroo Qonna Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment