Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Jilli Ittaanaa Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Wallagga Bahaa aanaa Leeqaa Dullachaatti oomisha qamadii bonee daawwate.
Badhaadhinaa maatii fi Waloo mirkaneessuuf hojiin nuti argine abdii kan namatti horu jedhan jedhan obbo Awwaluun haasawaa daawwannicharratti taasisaniin.
Hojii misooma qonnaa caalmaatti milkessuufi kutannoon hojjetamaa jiraachuu ibsuu ragaan Kominikeeshinii godinichaarraa argame ni mul’isa.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.