Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti sassaabbii oomisha Ruuzii daawwate

Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Jimmaa Aanaa Shabee Sombootti sassaabbii oomisha Ruuzii daawwachuun jajjabeesseera.

Oromiyaatti Oomishaafi oomishtummaa dabaluun badhaadhina maatiifi biyyaa dhugoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Obbo Awwalu Abdiin dubbataniiru.

Karoora Imala Badhaadhinaa akka biyyaatti qabame milkeessuuf carraa gaarii qabnu hundatti fayyadamuun hojiin hojjetamaa jiru cimee itti fufuu akka qabu Obbo Awwaluun dhaamuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment