Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamuu magaalaa Roobeetti proojektiwwan hojjetamaa jiran daawwate

Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa preezdantiitti Qindeessaan Kilaastara hawaasummaa Obbo Addisuu Araggaa durfamuu magaalaa Roobeetti proojektiwwan hojjetamaa jiran daawwateera.
Jilichi proojektoota baajata mootummaa federaalaa, naannoo fi bulchiinsa magaalaa Roobeetin ijaarramaa jiru daawwachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Mootummaa magaalaa Roobeerraa argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
Comments (0)
Add Comment