Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu magaalaa Buraayyuutti proojektiiwwan adda adda daawwate

Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC)- Jilli Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan kilaastera Magaalaa Obbo Addisuu Araggaan durfamu magaalaa Buraayyuutti proojektiiwwan adda adda daawwateera.

Jilichi proojektoota ijaarramanii tajaajilaaf qophii ta’aan daawwachuu ragaan waajjira preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment