Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiilee misoomaa daawwate

Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Jilli Hoggansa olaanoo Itti aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiilee misoomaa daawwateera.
Jilichi Pireezidaantii naannichaa Obbo Ashaadilii Hasan waliin ta’uun hojiilee misoomaa magaalaa Asoosaa daawwateera.
Daawwannicharratti hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa dabalatee hoggantoonni naannolee fi federaalaa argamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
Odeefannoo dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment