Jilli mootummaa nananoo Oromiyaa magaalaa Galaanitti biqiltuu dhaabe

Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Jilli hoggansa olaanoo mootummaa nananoo Oromiyaa magaalaa Galaanitti biqiltuu dhaabe.
 
Jilicha kan hogganan preezdaantiin mootummaa naannichaa obbo Shimallis Abdiisaan proojaktoota misoomaa magaalaa Galaan daawwataniiru.
 
Jilichi daawwii proojaktootatiin booda biqiltuu dhaabera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Comments (0)
Add Comment