Jilli MM Abiy Ahimad Jibuutii gale

Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC)- Jilli Olaanaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo daawwannaa hojiif Jibuutii galeera.

Jilli garechaa wayiita Jibuutii ga’utti Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Omar Geelleen simatamuu ragaan Waajjira Muummee Ministirarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment