Jilli miseensoota Paarlaamaa Keeniyaa Jigjigaa gale

Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Jilli miseensoota Paarlaamaa Keeniyaa Proofeesar Mahaammud Mahaammuudiin durfamu Magaalaa Jigjigaa galeera.

Jilichi wayita buufata xiyyaaraa Jigjigaa Garaad Wiilwaal ga’u Itti aanaan Preezdaant Naannoo Somaalee obbo Ibraahiim Usmaan fi hoggantoonni olaanoon naannichaa simannaa taasiisaniifiru.

Jilli kun turtii isaan hoggantoota olaanoo naannichaa waliin marii ni taasiisan eeggama.

Jilichi simannaa taasiifameef galateeffachuun muuxxannoo waljijjiirraa garaagaraa kan taasiisan ta’uu Miidiyaan naannichaa gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment