Jilli Ministirri Deettaa Ministeera Fayyaa Feederaalaa Dooktar Darajjee Dhugumaatiin durfamu sochii Hospitaala Aggaaroo daawwate

Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Jilli Ministirri Deettaa Ministeera Fayyaa Feederaalaa Dooktar Darajjee Dhugumaatiin durfamu sochii Hospitaala Aggaaroo daawwateera.
Daawwannaa guyyaa har’aa gaggeeffameen kenniinsa tajaajilaa keessatti ciminootaa fi hanqinoota mul’atan ilaaluudhaan kallattiiwwan hojii fuula duraa kaa’amaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment