Jilli Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Hoospitaala Rifaraalaa Yuunivarsiitii Gondar daawwate

Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Jilli Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Hoospitaala Rifaraalaa Yuunivarsiitii Gondar daawwateera.
Daawwanicharratti Ministiri Deettaa Naageenyaa aadde Firee’alam Shibabaw, Ministiri Deettaa Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa, Birgaader jenaraal Xigaabuu fi hoggantoonni olaanoon hirmaataniiru.
Jilichi kutaa waldhanamootaatti argamuun waldhaanamtoota haasoofsiisaniiru.
Gootota Raayyaa Ittisa Biyyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf kaaba Ityoophiyaatti miidhaman gootummaa isaan jaalala biyyaaf qaban dinqisifataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment