Jilli Ministeera Geejjibaa aadde Dagimaawwit Mogasiin durfamuu kaleessa Kaartuumiin gale

Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC)- Jilli Ministirri Minsteera Geejjibaa aadde Daagimaawwiit Mogasiin durfamuu kaleessaa Kaartuumiin galeera.

Jilichi wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa Kaartuum ga’u Ministir deettaan Ministiraa Geejjibaa Sudaan Dooktar Moowee Alii Kaaliid simannaa taasisaniifiru.

Garichi turtii isaatiin dhimmoota hariiroo geejjibaa Ityoophiyaa fi Sudaan leenjisuun danda’umurratti akka mari’atan Imbaasiin Ityoophiyaa Sudaan ibseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment