Jilli Dooktar Injinar Nagaash Wageeshaan durfamu godina Oomoo Lixaatti daawwannaa hojii taasise

Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Jilli Ittaanaa Preezdaantii naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa  Dooktar Injinar Nagaash Wageeshaan durfamu godina Oomoo Lixaatti daawwannaa hojii taasise.

Jilichi  giddugala Jamuu wayita ga’u hawaasa naannichaan simannaa ho’aan taasifameerafi.

Jilichi godinichatti proojektoota ijaarsa irraa jiran dawwateera.

Ittaanaa Preezdaantii Dooktar Injinar Nagaash Wageeshaan turtii isaaniitiin bakka bu’oota hawaasa waliin dhimma haala yeroo biyyaa fi naannoorraatti ni mari’atuun eeggama.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment