Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) –Jilli Ittaanaa Duraa Ta’aa Koongirasii Biyyaleessaa Chaayinaa Loosang Jiiyaalsaniin durfamu daawwannaa hojiif Finfinnee galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahuu Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon simatameera.
Jilichi turtii isaan miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummata fi qondaaltoota Mootumma biroo waliin ni mari’atan kan egamuu ta’uu TOI gabaaseera
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.