Jilli Itiyoophiyaa Yaa’ii waggaa Baankii Misooma Afrikaarratti hirmaachaa jira

Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamuu Yaa’ii Waggaa Baankii Misooma Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera.
Yaa’iicharratti Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee, Keeniyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Baacaa Dabalee fi qooda fudhattoonni biroo argamuu ragaan Naayiroobiitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Comments (0)
Add Comment