Jilli Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaachaa ture Finfinnee gale

Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)-Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Olompikii Paaris 33ffaarratti hirmaachaa ture Finfinnee galeera.

Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’u Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaankaa dabalatee qondaaltonni biroon simachuunii TOI gabaaseera.

Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaan Meedaaliyaawwan afur argachuun sadarkaa 47’n xumuruun ni yaadatama.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment