Jilli Ispoortii Aadaa Istaadiyamii Idil Addunyaa Aqaaqii daawwatan

Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)- Jilli Ispoortii Aadaa Itiyoophiyaa naannolee garaagaraarraa baba’e Istaadiyamii Idil Addunyaa Aqaaqii daawwateera.

Jilichi turtii Finfinneetti taasiseen bakka shaakalaa Ispoorti fi Giddugalootaa Ijaarsaa dandeettii dargaggoota daawwachuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

Dabalataan, Istaadiyamii Idil Addunyaa Aqaaqii daawwachuu ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment