Jilli Invastimantii fi Daldalaa Paakistaan Paarkii Indaastirii Boolee Laamii dawwate

Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Jilli Invastimantii fi Daldalaa Paakistaan Paarkii Indaastirii Boolee Laamii dawwateera.

Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Obbo Akililuu Taaddasaan, haala sochii hojii paarkiichaa irratti jilichaaf ibsa kennaniiru.

Jilichi turtiisaan,adeemsa oomishaa fi sochiilee hojii dhaabbiilee garaagaraa kan dawwatu ta’uu ragaan Korporeeshinicharraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment