Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Jilli garee Abbaa Taaayitaa Maariitaayimii Angoolaa Ityoophiyaatti damee Loojistiksiin muuxxannoo waljijjiirraa gaggeesseera.
Jilichi Damee Loojistiksiin Ityoophiyaan muuxxannoo hojmaataa, hirmaannaa abbootii qabeenyaa dhuunfaa, haala rakooon muudatan Itti furamanirraatti muuxxannoo fudhachuu ibsameera.
Daayreektarri olaanaan Abbaa Taaayitaa Maariitaayimii Ityoophiyaa obbo Makonniin Abarraa muuxxannoo waljijjiirraa garichi taasiiseef galateeffachuu ragaan Abbaa Taayitichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.