Jilli Gamtaa Awrooppaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasisaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Jilli Gamtaa Awrooppaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasisaa jiraachuu ibsameera.
Jila Gamtichaa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Fiinlaand Peekaa Haaviistoo dhimmicharratti Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad waliin marii taasisuun isaanii ibsameera.
Peekaa Haaviistoo, Ityoophiyaatti daawwannaa guyyaa 2 erga taasisanii booda akka ibsanitti dhaabbileen idil addunyaa Naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaaa taasisaa jiru jedhaniiru.
Ministeerri Dhimma Alaa akka ibsetti, Ministirichi hooggantoota hojii Ityoophiyaa isaan ilaallatuu waliin mari’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment