Jilli Etaamaajoorii waliigalaa Raayyaa Ittisaa Sudaan Kibbaan durfamu Finfinnee gale

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC) – Jilli Etaamaajoorii Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Sudaan Kibbaa Jeneraal Joonsan Jumaa Ukkooniin durfamu Finfinnee galeera.
Wayita magaalaa Finfinnee ga’an Etaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Jeneraal Birihaanuu Juulaan simatamaniiru.
Yeroo ammaas dhimmoota Raayyaa Ittisa Biyyaa biyyoota lamaaniirratti marii taasiisaa jiraachuu Ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment