Jilli Eertiraa Ministeera Albuudaa daawwate

Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Jilli Eertiraa Hojiilee Riifoormii Ministeera Albuudaa daawwachuu ibsame.

Hojiilee riifoormii damee albuudaan hojjetamaniifi karoora gara fuula duraarratti jilichaaf ibsi taasifameera.

Jilichi Gaalarii Albuuda Ityoophiyaa daawwachuufi hojiilee riifoormii hojjetaman dinqisiifachuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment