Jilli Dooktar Yiliqaaliin durfamu magaalaa Jigjigaa gale

Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa magaalaa Jigjigaa Garaad Wiilwaal ga’u Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammadii fi hoggantoota mootummaa naannichaa biroon simatameera.
Jilichi lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsataasiisuuf gara sana imaluu ragaan BDhKMNS irraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment