Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaatin durfamu proojektii Gorgoraa daawwataa jira.
Daawwannichaan Dooktar Yiliqaal dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon naannichaa argamaniiru.
Daawwannaa isaaniitinis raawwii ijaarsa proojekticha haala irra jiru kan daawwatan ta’uu ibsameera.
Laaykuun Alamtu gabaase
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.