Jilli Dooktar Tashoomaan durfamu kutaa magaalaa Malkaa Noonnootti hojiilee misoomaa daawwate

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Jilli Kantiibaa Magaalaa Shaggar DooktarTashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Malkaa noonnootti Hojiilrr misoomaa garagaaraa daawwateera.

jilichi Inisheetivoota,Mana Barnootaa Bu’uuraa Boruu, nyaata baratootaa fi Mana harkaa qalleeyyiif ijaarame daawwateera.

Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo Aanaa Noonnootti argamuun Kilaastara Inisheetivoota daawwachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii bulchiinsa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment